Hora Amboo:  

CLASS OF 2011
Hora Amboo's Classmates® Profile Photo
Toronto, ON

Hora's Story

Hora's schools include Bessborough Drive Public School. Hora's interests include foot ball, Maryam Yusuf Jamal. Music he likes includes Hawi Tezera, Tilahun Gessesse, Abetew Kebede. Books he likes include Burqaa zimmitaa by Tesfaye Gebra'ab, Yegaazetagnoch mestawasha by Tesfaye gebra'ab, Gadaa Melba. Movies he likes include Naigerian Movies, Love Is Timeless. TV shows he likes include Al Jazeera English, CNN BBC, TvOromia magaalaa Toronto. One of Hora's favorite quotes is:"I was born in AMBO in the year 10 october 1990.AMBO Means A=Adda, M=Maalif, B= Baana, O=Oromoo? AMBO=Adda Maalif Baana Oromoo? Kanaafuu oromoo gonkumaa adda hin baanuu gosummaan walqoonnee akka sumaalee hin...Expand for more
taanu gamttaan haadhaabbannu walhaajabeeffannu harka walqabannee waljala haayaanuu kana godhuu baannan gabrummaarraa hin baanuu kana beekaa namuu dafaa walii galaa tokkummaadhaan lolaa diina marsaa qabaa gorra'aatii qalaa Aaloo saba keenya gumaa nuuf kafalaa. Biyyi Abbaa dhabee Uummanni isii agabee jiraachuu dadhabee Diinni kaabaa dhufee asiif achi deemee garmaamee gulufee waarddiyyaa tokko malee boraafatee rafee keessa jiraatu Oromia qofan jedha Oromoo mee isin hoo maal jettu bara dhufaa dabraa waluma mormituu dugdaa garaa ta'uun wal dura dhaabbattuu kutaa fi ganddummaan addaan walbabaaftuu hanga guyyaa har'aa ofumaaf wal nyaattuu mee kana booda hoo dhiiroo waliif galttuu???".
Register for Free to view all details!
Reunions
Register for Free to start a reunion event!

Photos

Hora Amboo's Classmates profile album

Hora Amboo is on Classmates.

Register for free to join them.
Oops! Please select your school.
Oops! Please select your graduation year.
First name, please!
Last name, please!
Create your password

Please enter 6-20 characters

Your password should be between 6 and 20 characters long. Only English letters, numbers, and these characters !@#$%^&* may be used in your password. Please remove any symbols or special characters.
Passwords do not match!

*Required

By clicking Submit, you agree to the Classmates TERMS OF SERVICE and PRIVACY POLICY.

Oops an error occurred.